2 Mootota 12:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Rukutanii kan isa ajjeesan tajaajiltoota isaa kan taʼan Yozaakaar ilma Shimeʼaatii fi Yehozaabaad ilma Shomeer turan.+ Isaanis Magaalaa Daawit keessatti abbootii isaa wajjin isa awwaalan; ilmi isaa Amaaziyaanis bakka isaa mootii taʼe.+
21 Rukutanii kan isa ajjeesan tajaajiltoota isaa kan taʼan Yozaakaar ilma Shimeʼaatii fi Yehozaabaad ilma Shomeer turan.+ Isaanis Magaalaa Daawit keessatti abbootii isaa wajjin isa awwaalan; ilmi isaa Amaaziyaanis bakka isaa mootii taʼe.+