1 Mootota 8:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Achiis luboonni taabota kakuu Yihowaa sana fidanii kutaa manichaa isa keessaa,+ jechuunis Kutaa Hundumaa Caalaa Qulqulluu Taʼe keessa qoochoowwan kiruubelotaa sana jala bakka isaaf qophaaʼe ni kaaʼan.+ 1 Seenaa Baraa 28:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Dabalataanis inni ulfaatina warqii qulqulluu iddoo aarsaa ixaanaa+ fi bifa gaarii fardaa,+ jechuunis kiruubelota+ warqii warra qoochoowwan* isaanii diriirsanii taabota kakuu Yihowaa uwwisaniif barbaachisu isaaf ni kenne.
6 Achiis luboonni taabota kakuu Yihowaa sana fidanii kutaa manichaa isa keessaa,+ jechuunis Kutaa Hundumaa Caalaa Qulqulluu Taʼe keessa qoochoowwan kiruubelotaa sana jala bakka isaaf qophaaʼe ni kaaʼan.+
18 Dabalataanis inni ulfaatina warqii qulqulluu iddoo aarsaa ixaanaa+ fi bifa gaarii fardaa,+ jechuunis kiruubelota+ warqii warra qoochoowwan* isaanii diriirsanii taabota kakuu Yihowaa uwwisaniif barbaachisu isaaf ni kenne.