Isaayyaas 30:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isaan warra mulʼata arganiin, ‘Mulʼata hin ilaalinaa’ jedhu. Raajotaanis akkana jedhu: ‘Mulʼata dhugaa nutti hin himinaa.+ Wanta nu gammachiisu* nutti himaa; abjuu sobaas nuuf ilaalaa.+
10 Isaan warra mulʼata arganiin, ‘Mulʼata hin ilaalinaa’ jedhu. Raajotaanis akkana jedhu: ‘Mulʼata dhugaa nutti hin himinaa.+ Wanta nu gammachiisu* nutti himaa; abjuu sobaas nuuf ilaalaa.+