-
2 Seenaa Baraa 14:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Namoota Yihudaatiinis, “Magaalota kana haa ijaarru; naannoo isaaniittis dallaawwan, masaraawwan,+ karrawwanii* fi danqaraawwan haa hojjennu. Nuti Waaqa keenya Yihowaa waan barbaaddanneef, biyyattiin amma iyyuu toʼannaa keenya jala jirti. Nuti isa barbaaddanneerra; innis kallattii hundumaatiin boqonnaa nuuf kenneera” jedhe. Kanaafuu, hojiin ijaarsaa isaanii milkaaʼina ni argate.+
-