Leewwota 27:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 “‘Oomisha maasii irraa argamu keessaas taʼe firii mukeetii irraa argamu keessaa, wanti lafattii irraa argamu harka kudhan keessaa harki tokko*+ kan Yihowaa ti. Kun Yihowaadhaaf qulqulluu dha. Keessa Deebii 14:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 “Yeroo hundumaa dhuma waggaa sadaffaatti oomisha waggaa sanaa hundumaa keessaa harka kudhan keessaa harka tokko fidiitii magaalota kee keessatti walitti qabi.+
30 “‘Oomisha maasii irraa argamu keessaas taʼe firii mukeetii irraa argamu keessaa, wanti lafattii irraa argamu harka kudhan keessaa harki tokko*+ kan Yihowaa ti. Kun Yihowaadhaaf qulqulluu dha.
28 “Yeroo hundumaa dhuma waggaa sadaffaatti oomisha waggaa sanaa hundumaa keessaa harka kudhan keessaa harka tokko fidiitii magaalota kee keessatti walitti qabi.+