LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 25:33, 34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Qabeenyi Leewwotaa deebifamee yoo bitamuu baate, manni isaanii inni magaalaa keessa jiruu fi inni gurgurame waggaa Iyyobeeliyyuutti isaaniif ni deebiʼa;+ sababiin isaas, manneen magaalota Leewwotaa keessa jiran Israaʼelota gidduutti qabeenya isaanii ti.+ 34 Kana malees, lafti dheedichaa+ magaalota isaaniitti marsee jiru dhaala isaanii isa dhaabbataa waan taʼeef gurguramuu hin dandaʼu.

  • Lakkoofsa 35:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Israaʼelonni dhaala argatan keessaa magaalota Leewwonni keessa jiraatan,+ akkasumas iddoowwan dheedichaa magaalota sanatti marsanii jiran Leewwotaaf akka kennan isaan ajaji.+

  • Iyyaasuu 21:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Ilmaan Aaron lubichaatiif magaalaa Kebroon+ ishii namni nama ajjeese itti baqatu+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Libnaa+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi