-
Lakkoofsa 35:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Bakki dheedichaa magaalota sanaa warri Leewwotaaf kennitan, dallaa magaalattiitti marsee jiru irraa kallattii hundumaatiin dhundhuma* 1,000 kan dheeratu ni taʼa.
-
-
Keessa Deebii 18:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 “Leewwonni luboota taʼanii fi guutummaan gosa Leewwii Israaʼelotaa wajjin gaʼeen yookiin dhaalli isaaniif hin kennamne. Isaan aarsaawwan Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatan warra dhaala isaa taʼan ni nyaatu.+
-