Izraa 3:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ijaartonni yommuu buʼuura mana qulqullummaa Yihowaa kaaʼanitti,+ luboonni uffata isaanii uffatan malakataan,+ Leewwonni warri ilmaan Asaaf taʼan immoo siimbaaliidhaan* akka qajeelfama Daawit mootiin Israaʼel kennetti+ Yihowaa jajachuuf ni dhaabbatan. Haagee 2:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 “‘Maaloo, guyyaa harʼaatii kaasee, jiʼa saglaffaa keessaa guyyaa 24ffaa, guyyaa buʼuurri mana qulqullummaa Yihowaa itti kaaʼamee+ kaasee wanta kanaaf xiyyeeffannaa kennaa,* eeyyee, wanta kanaaf xiyyeeffannaa kennaa: Zakkaariyaas 4:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “Harki Zarubaabel buʼuura mana kanaa kaaʼeera,+ kan ijaaree xumurus harkuma isaa ti.+ Isinis gara keessanitti kan na erge Yihowaa Gooftaa Raayyaa taʼuu isaa dhugumaan ni hubattu.
10 Ijaartonni yommuu buʼuura mana qulqullummaa Yihowaa kaaʼanitti,+ luboonni uffata isaanii uffatan malakataan,+ Leewwonni warri ilmaan Asaaf taʼan immoo siimbaaliidhaan* akka qajeelfama Daawit mootiin Israaʼel kennetti+ Yihowaa jajachuuf ni dhaabbatan.
18 “‘Maaloo, guyyaa harʼaatii kaasee, jiʼa saglaffaa keessaa guyyaa 24ffaa, guyyaa buʼuurri mana qulqullummaa Yihowaa itti kaaʼamee+ kaasee wanta kanaaf xiyyeeffannaa kennaa,* eeyyee, wanta kanaaf xiyyeeffannaa kennaa:
9 “Harki Zarubaabel buʼuura mana kanaa kaaʼeera,+ kan ijaaree xumurus harkuma isaa ti.+ Isinis gara keessanitti kan na erge Yihowaa Gooftaa Raayyaa taʼuu isaa dhugumaan ni hubattu.