LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 6:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Kana malees, Yihowaan akka gammadan waan isaan godheef, akkasumas garaa mootii Asoor isaaniif laaffisuudhaan+ hojii mana Waaqa dhugaa isa Waaqa Israaʼel taʼee irratti akka isaan gargaaru* waan godheef, gammachuudhaan guyyaa torbaaf Ayyaana Maxinoo ni kabajan.+

  • Fakkeenya 21:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Garaan mootii harka Yihowaa irratti akkuma bishaan yaaʼuu ti.+

      Inni gara barbaadetti isa ni qajeelcha.+

  • Isaayyaas 60:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Ulfinni Libaanon,+

      Muka birbirsaa, muka aashii fi muka gosa gaattiraa wajjin

      Iddoo qulqulluu koo miidhagsuuf gara kee ni dhufa;+

      Anis iddoo miilli koo dhaabbatuuf ulfina nan kenna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi