LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 20:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Isin akka dambiiwwan saboota warra ani isin duraa ariʼu sanaatti hin deddeebiʼinaa;+ isaan wantoota kana hundumaa waan raawwataniif ani isaan nan jibbe.+

  • Keessa Deebii 12:29, 30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 “Waaqni kee Yihowaan saboota ati biyya isaaniitii ariitu haxaaʼee yommuu balleessuttii+ fi atis biyya isaanii keessa yommuu jiraattutti, 30 isaan si duraa haxaaʼamanii erga balleeffamanii booda kiyyoo keessa akka hin galle of eeggadhu. ‘Saboonni kun waaqolii isaanii tajaajiluu barsiifata kan godhatan akkamitti? Anis akkanuma nan godha’ jettee waaʼee waaqolii isaanii hin gaafatin.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi