LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 23:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Sababiin isaas, maleekaan koo si dura buʼee gara Amoorotaa, Heetotaa, Pheriizotaa, Kanaʼaanotaa, Hiiwotaa fi Yebuusotaatti si fida; anis haxaaʼee isaan nan balleessa.+

  • Faarfannaa 44:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Ati harka keetiin saboota ariiteetta,+

      Abbootii keenyas achi qubachiisteetta.+

      Saboota caccabsitee ariiteetta.+

  • Faarfannaa 78:55
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 55 Saboota isaan duraa ni ariʼe;+

      Wadaroo safaraatiin isaaniif dhaala ni hire;+

      Manneen isaanii keessa gosoota Israaʼel ni jiraachise.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi