-
Izraa 3:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Kanaafuu Yeshuwaan, ilmaan isaa fi obboloonni isaa, akkasumas ilmaan Yihudaa kan taʼan Qaadmiʼelii fi ilmaan isaa, ilmaan Henaadaad,+ ilmaan isaanii fi obboloota isaanii warra Leewwota taʼanii wajjin taʼuudhaan warra hojii mana Waaqa dhugaa keessatti hojjetamu hojjetan ol aantummaadhaan ni toʼatan.
-
-
Nahimiyaa 12:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Dura buutonni Leewwotaa Hashaabiyaa, Sherebiyaa fi Yeshuwaa+ ilma Qaadmiʼel+ turan; obboloonni isaaniis akka qajeelfama Daawit inni nama Waaqa dhugaa taʼe kennetti Waaqa jajachuu fi galata isaaf galchuuf gareen eegdotaa tokko garee eegdotaa isa kan biraa cinaa taʼee fuullee isaanii dhaabbatu turan.+
-