-
Nahimiyaa 7:57-60Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
57 Ilmaan tajaajiltoota Solomoon:+ ilmaan Sootaay, ilmaan Sofereet, ilmaan Periidaa, 58 ilmaan Yaaʼaalaa, ilmaan Daarqon, ilmaan Gideel, 59 ilmaan Shefaatiyaa, ilmaan Haxiil, ilmaan Pokehereet Hazebaayimii fi ilmaan Amoon. 60 Tajaajiltoonni mana qulqullummaa*+ fi ilmaan tajaajiloota Solomoon hundi 392 turan.
-