-
Izraa 2:55-58Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
55 Ilmaan tajaajiltoota Solomoon: ilmaan Sootaay, ilmaan Sofereet, ilmaan Peruudaa,+ 56 ilmaan Yaaʼaalaa, ilmaan Daarqon, ilmaan Gideel, 57 ilmaan Shefaatiyaa, ilmaan Haxiil, ilmaan Pokehereet Hazebaayimii fi ilmaan Amii.
58 Tajaajiltoonni mana qulqullummaa* fi ilmaan tajaajiltoota Solomoon hundi 392 turan.
-
-
Nahimiyaa 11:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Dura buutonni koonyaa warri Yerusaalem keessa jiraatan kanneen kana turan. (Israaʼelonni kaan, luboonni, Leewwonni, tajaajiltoonni mana qulqullummaa*+ fi ilmaan tajaajiltoota Solomoon+ magaalota Yihudaa keessa, jechuunis tokkoon tokkoon isaanii magaalota isaanii keessa dhaala isaanii irra ni jiraatan.+
-