LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 4:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Hojiin mana Waaqayyoo inni Yerusaalem keessatti argamu kan dhaabbate yeroo kanatti ture; hamma waggaa lammaffaa bulchiinsa Daariyos mootii Faarsittis hojichi bakkuma jirutti ni dhaabbate.+

  • Izraa 5:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Haa taʼu malee, Waaqayyo jaarsolii Yihudootaatiif eegumsa gochaa* waan tureef,+ ergaan gara Daariyositti ergamee, xalayaan dhimma kana ilaallatu isa biraa hamma deebiʼutti hojicha isaan dhaabsisuu hin dandeenye.

  • Izraa 6:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yeroo kanatti Daariyos Mootichi ajaja ni kenne; isaanis kuusaawwan* Baabilon keessa bakka qabeenyi itti walitti qabame keessatti argaman irratti qorannaa ni godhan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi