LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 3:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Eliyaashiib+ inni luba ol aanaa taʼee fi obboloonni isaa warri luboota taʼan Karra Hoolaa+ ijaaruuf kaʼan. Isaanis isa ni qulqulleessan;*+ balbaloota isaas itti hojjetan; hamma Masaraa Meʼaatti,+ hamma Masaraa Hanaanʼelittis+ isa ni qulqulleessan.

  • Yohaannis 5:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yerusaalem keessa Karra Hoolaa+ bira bishaan kuufamaan Afaan Ibrootaatiin Beetazaataa jedhamu tokko jira ture; naannoo bishaan sanaa daandiiwwan baaxii qaban shan jiru turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi