Keessa Deebii 7:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Waaqni kee Yihowaan inni Waaqa guddaa fi sodaachisaa taʼe+ sii wajjin waan jiruuf,+ isaaniin kan kaʼe hin sodaatin. Keessa Deebii 10:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Sababiin isaas, Waaqni keessan Yihowaan Waaqa waaqolii,+ Gooftaa gooftotaa, Waaqa guddaa, jabaa fi sodaatamaa taʼe dha; inni eenyuuf iyyuu hin loogu,+ mattaʼaas hin fudhatu.
21 Waaqni kee Yihowaan inni Waaqa guddaa fi sodaachisaa taʼe+ sii wajjin waan jiruuf,+ isaaniin kan kaʼe hin sodaatin.
17 Sababiin isaas, Waaqni keessan Yihowaan Waaqa waaqolii,+ Gooftaa gooftotaa, Waaqa guddaa, jabaa fi sodaatamaa taʼe dha; inni eenyuuf iyyuu hin loogu,+ mattaʼaas hin fudhatu.