Keessa Deebii 1:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Waaqni keessan Yihowaan akkuma biyya Gibxii keessatti ija keessan duratti godhe,+ isin dura ni deema; isiniifis ni lola.+ Iyyaasuu 23:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Akkuma waadaa isiniif galetti+ kan isiniif lolu Waaqa keessan Yihowaa waan taʼeef,+ isin keessaa namni tokko nama kuma ni ariʼa.+
30 Waaqni keessan Yihowaan akkuma biyya Gibxii keessatti ija keessan duratti godhe,+ isin dura ni deema; isiniifis ni lola.+
10 Akkuma waadaa isiniif galetti+ kan isiniif lolu Waaqa keessan Yihowaa waan taʼeef,+ isin keessaa namni tokko nama kuma ni ariʼa.+