Nahimiyaa 2:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Saanbaalaax+ Hooronichii fi Xoobiyaan+ Amoonichi+ inni abbaa taayitaa* taʼe waaʼee kanaa yommuu dhagaʼan, namni saba Israaʼeliif wanta gaarii godhu dhufuu isaatti baayʼee aaran. Nahimiyaa 4:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yeroo kanatti Xoobiyaan+ Amoonichi+ inni isa bira dhaabbatee ture, “Jeedalli illee wanta isaan ijaaraa jiran kana irra utuu baatee dallaa dhagaa isaanii kana ni jigsiti” jedhe.
10 Saanbaalaax+ Hooronichii fi Xoobiyaan+ Amoonichi+ inni abbaa taayitaa* taʼe waaʼee kanaa yommuu dhagaʼan, namni saba Israaʼeliif wanta gaarii godhu dhufuu isaatti baayʼee aaran.
3 Yeroo kanatti Xoobiyaan+ Amoonichi+ inni isa bira dhaabbatee ture, “Jeedalli illee wanta isaan ijaaraa jiran kana irra utuu baatee dallaa dhagaa isaanii kana ni jigsiti” jedhe.