LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 2:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Saanbaalaax Hooronichi, Xoobiyaan+ Amoonichi+ inni abbaa taayitaa* taʼee fi Geeshem Arabichi+ yommuu kana dhagaʼan nutti qoosuu+ fi nu tuffachuu jalqaban; akkasumas, “Maal gochaa jirtu? Mooticha irratti fincilaa jirtuu?”+ nuun jedhan.

  • Nahimiyaa 4:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yeroo kanatti Xoobiyaan+ Amoonichi+ inni isa bira dhaabbatee ture, “Jeedalli illee wanta isaan ijaaraa jiran kana irra utuu baatee dallaa dhagaa isaanii kana ni jigsiti” jedhe.

  • Nahimiyaa 6:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Yaa Waaqa koo, wantoota Xoobiyaanii+ fi Saanbaalaax godhan kana, akkasumas Noʼaadiyaa raajittii fi raajota kaan warra yeroo hunda na doorsisuuf yaalan yaadadhu.

  • Nahimiyaa 13:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Achiis yommuun gara Yerusaalem dhufu, mooraa mana Waaqa dhugaa keessatti Xoobiyaadhaaf+ kutaa mana kuusaa qopheessuudhaan wanta hamaa Eliyaashiib+ raawwate nan hubadhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi