1 Seenaa Baraa 9:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Faarfattoonni, dura buutonni manneen abbootii Leewwotaa warri kutaawwan* sana keessa taaʼanii fi hojiiwwan kaan irraa walaba taʼan kanneen kana turan; isaan halkanii fi guyyaa hojii isaanii irratti argamuuf itti gaafatamummaa qabu turan. Izraa 2:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kanneen kun jiraattota koonyaa sanaa warra boojuudhaa deebiʼan,+ warra Nebukadnezaar mootiin Baabilon gara Baabilonitti boojiʼee fudhatee+ turee fi booda immoo gara Yerusaalemii fi Yihudaatti, gara magaalaa magaalaa isaaniitti deebiʼan+ turan; Izraa 2:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Faarfattoota:+ ilmaan Asaaf+ 128.
33 Faarfattoonni, dura buutonni manneen abbootii Leewwotaa warri kutaawwan* sana keessa taaʼanii fi hojiiwwan kaan irraa walaba taʼan kanneen kana turan; isaan halkanii fi guyyaa hojii isaanii irratti argamuuf itti gaafatamummaa qabu turan.
2 Kanneen kun jiraattota koonyaa sanaa warra boojuudhaa deebiʼan,+ warra Nebukadnezaar mootiin Baabilon gara Baabilonitti boojiʼee fudhatee+ turee fi booda immoo gara Yerusaalemii fi Yihudaatti, gara magaalaa magaalaa isaaniitti deebiʼan+ turan;