LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 1:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yeroo sanatti obboloota koo keessaa tokko kan taʼe Hanaaniin,+ namoota kaanii wajjin Yihudaadhaa dhufe; anis waaʼee Yihudoota hafanii warra boojuu irraa oolanii+ fi waaʼee Yerusaalem isaan nan gaafadhe. 3 Isaanis, “Warri boojuu irraa oolanii koonyaa sana keessa jiraatan haala gaddisiisaa taʼee fi salphina keessa jiru.+ Dallaawwan Yerusaalem diigamaniiru;+ karrawwan ishiis ibiddaan gubamaniiru”+ jedhanii naaf deebisan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi