LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 36:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Waaqni abbootii isaanii Yihowaan garuu saba isaatiif, iddoo jireenyaa isaatiifis waan garaa laafeef, karaa ergamtoota isaa irra deddeebiʼee isaan akeekkachiisa ture. 16 Isaan garuu hamma dheekkamsi Yihowaa saba isaa irratti dhufuttii+ fi hamma fayyinni isaaniif dhabamutti ergamtoota Waaqa dhugaatti ni qoosu,+ dubbii isaa ni tuffatu,+ raajota isaattis ni qoosu+ turan.

  • Isaayyaas 42:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Yaaqoobiin boojuutti,

      Israaʼeliin warra isa saamanitti dabarsee kan kenne eenyu?

      Yihowaa isa nuti cubbuu irratti hojjenne mitii?

      Isaan daandiiwwan isaa irra deemuu didaniiru,

      Seera* isaatiifis hin ajajamne.+

  • Ermiyaas 40:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Achiis ajajaan waardiyyootaa sun Ermiyaasiin fuudhee akkana isaan jedhe: “Waaqni kee Yihowaan iddoo kana irratti badiisa kana akka fidu raajii dubbateera; 3 isin Yihowaa irratti cubbuu waan hojjettaniif, sagalee isaatiifis waan hin ajajamneef, Yihowaan akkuma jedhe badiisa kana fideera. Kunis kan isin irra gaʼe kanaafi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi