Nahimiyaa 7:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kanneen kun jiraattota koonyaa sanaa warra boojuudhaa deebiʼan, warra Nebukadnezaar+ mootiin Baabilon boojiʼee fudhatee turee+ fi booda immoo gara Yerusaalemii fi Yihudaatti, gara magaalaa magaalaa isaaniitti deebiʼan turan;+ Nahimiyaa 7:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 ilmaan Yeshuwaa fi ilmaan Yoʼaab+ keessaa, ilmaan Paahaat Moʼaab+ 2,818;
6 Kanneen kun jiraattota koonyaa sanaa warra boojuudhaa deebiʼan, warra Nebukadnezaar+ mootiin Baabilon boojiʼee fudhatee turee+ fi booda immoo gara Yerusaalemii fi Yihudaatti, gara magaalaa magaalaa isaaniitti deebiʼan turan;+