-
Lakkoofsa 18:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Lafa isaanii irraa firiiwwan jalqaba bilchaatan warri isaan Yihowaadhaaf fidan hundi kan kee ni taʼu.+ Namni qulqulluun mana kee keessa jiru kam iyyuu isa nyaachuu ni dandaʼa.
-