Uumama 28:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Innis iddoo sana Beetel* jedhee moggaase; sana dura garuu maqaan magaalaa sanaa Luuz+ jedhama ture. Iyyaasuu 18:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Gosa Biiniyaamiif akka maatii maatii isaaniitti carraan ni baʼe; naannoon carraadhaan isaaniif baʼes saba Yihudaa+ fi saba Yoseef+ gidduu ture. Iyyaasuu 18:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Achi irraa kaʼees gara Luuz ishii Beetel+ jedhamtutti, jechuunis gara irraan gadee Luuz isa karaa kibbaatiin argamutti qajeela; achiis gara Ataarot Adaar+ ishii gaara kibba Beet Hooron+ Ishii Gadiitti argamu irra jirtutti gad buʼa.
19 Innis iddoo sana Beetel* jedhee moggaase; sana dura garuu maqaan magaalaa sanaa Luuz+ jedhama ture.
11 Gosa Biiniyaamiif akka maatii maatii isaaniitti carraan ni baʼe; naannoon carraadhaan isaaniif baʼes saba Yihudaa+ fi saba Yoseef+ gidduu ture.
13 Achi irraa kaʼees gara Luuz ishii Beetel+ jedhamtutti, jechuunis gara irraan gadee Luuz isa karaa kibbaatiin argamutti qajeela; achiis gara Ataarot Adaar+ ishii gaara kibba Beet Hooron+ Ishii Gadiitti argamu irra jirtutti gad buʼa.