LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 4:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Sodaachuu isaanii yommuun argus, yeruma sana kaʼee guguddoota,+ bulchitoota gad aanoo fi namoota kaaniin, “Isaan hin sodaatinaa.+ Yihowaa isa guddaa fi isa sodaachisaa taʼe+ yaadadhaa; obboloota keessaniif, ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa keessaniif, haadhotii manaa keessanii fi manneen keessaniif lolaa” nan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi