Nahimiyaa 2:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Anis halkaniin baʼee Karra Sululaa+ keessaan Burqaa Bofa Guddaa fuuldura darbee gara Karra Tuullaa Daaraa+ nan dhaqe; achiis dallaawwan Yerusaalem warra diigamanii fi karrawwan ishii warra ibiddaan gubaman+ sirriitti nan ilaale. Nahimiyaa 3:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Hanuunii fi jiraattonni Zaanoʼaa+ Karra Sululaa+ ni haaressan; isaan karricha ijaaranii balbaloota isaa, loloosoowwan isaa fi danqaraawwan isaa itti hojjetan; hamma Karra Tuullaa Daaraattis+ dallicha keessaa dhundhuma* 1,000 ni haaressan.
13 Anis halkaniin baʼee Karra Sululaa+ keessaan Burqaa Bofa Guddaa fuuldura darbee gara Karra Tuullaa Daaraa+ nan dhaqe; achiis dallaawwan Yerusaalem warra diigamanii fi karrawwan ishii warra ibiddaan gubaman+ sirriitti nan ilaale.
13 Hanuunii fi jiraattonni Zaanoʼaa+ Karra Sululaa+ ni haaressan; isaan karricha ijaaranii balbaloota isaa, loloosoowwan isaa fi danqaraawwan isaa itti hojjetan; hamma Karra Tuullaa Daaraattis+ dallicha keessaa dhundhuma* 1,000 ni haaressan.