LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 18:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Magaalonni gosti Biiniyaam akka maatii maatii isaaniitti argatan kanneen kana turan: Yerikoo, Beet Hoglaa, Eemeeq Qeziiz,

  • Iyyaasuu 18:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Misphee, Kefiiraa, Moozaa,

  • 2 Seenaa Baraa 16:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Achiis Aasaan Mootichi namoota Yihudaa hundumaa fudhatee deeme; isaanis dhagootaa fi saanqaawwan Raamaa+ isa Baʼaashaan ittiin ijaaraa ture+ sana fudhatanii deeman; innis wantoota kanatti fayyadamee Geebaa+ fi Misphaa+ ni ijaare.*

  • Ermiyaas 40:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kanaafuu, Ermiyaas Misphaatti+ gara Gedaaliyaa ilma Ahiqaam dhaqee isaa wajjin uummata biyyattii keessatti hafan gidduu taaʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi