-
1 Mootota 2:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Achiis Daawit abbootii isaa wajjin ni boqote; Magaalaa Daawit+ keessattis ni awwaalame.
-
-
2 Seenaa Baraa 16:13, 14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Achiis Aasaan abbootii isaa wajjin ni boqote;+ mootii taʼee waggaa 41ffaa isaattis ni duʼe. 14 Kanaafuu, isaan iddoo awwaalchaa ulfina qabeessa isa inni Magaalaa Daawit+ keessatti ofii isaatiif qochisiise keessatti isa awwaalan; siree reeffaa zayitii baalsaamii fi dibata wantoonni adda addaa walitti makamanii karaa adda taʼeen qopheeffameen guutame irra isa ciibsan.+ Kana malees, ulfina isaatiif ibidda guddaa ni bobeessan.*
-