LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Asteer 4:12-14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Mordekaay wanti Asteer jette yommuu isatti himamu 13 akkana jedhee Asteeriif deebise: “Ati mana mootichaa keessa waan jirtuuf qofa Yihudoota hundumaa gidduudhaa ooluu akka dandeessu gootee hin yaadin. 14 Ati yeroo kanatti yoo calliste, boqonnaanii fi fayyinni bakka kan biraatii Yihudootaaf ni dhufa;+ atii fi manni abbaa keetii garuu ni baddu. Ati mootuu kan taate yeroo akkanaatiif yoo taʼe maaltu beeka?”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi