1 Saamuʼel 12:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yihowaan maqaa isaa isa guddaadhaaf+ jecha saba isaa hin dhiisu;+ sababiin isaas, Yihowaan saba isaa isin godhachuu barbaadeera.+ Isaayyaas 54:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Meeshaan waraanaa si balleessuuf tolfamu kam iyyuu milkaaʼina hin argatu,+Arraba si yakkuuf kaʼu kam iyyuu yakkamaa ni goota. Dhaalli tajaajiltoota Yihowaa kana dha,Qajeelummaan isaaniis ana biraa argama” jedha Yihowaan.+
22 Yihowaan maqaa isaa isa guddaadhaaf+ jecha saba isaa hin dhiisu;+ sababiin isaas, Yihowaan saba isaa isin godhachuu barbaadeera.+
17 Meeshaan waraanaa si balleessuuf tolfamu kam iyyuu milkaaʼina hin argatu,+Arraba si yakkuuf kaʼu kam iyyuu yakkamaa ni goota. Dhaalli tajaajiltoota Yihowaa kana dha,Qajeelummaan isaaniis ana biraa argama” jedha Yihowaan.+