LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 36:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Dhuguma iyyuu Waaqayyo jabaa dha,+ inni nama tokko illee hin tuffatu;

      Humni hubannaa* isaa guddaa dha.

  • Faarfannaa 104:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Yaa Yihowaa, hojiiwwan kee akkam baayʼatu!+

      Hunda isaanii ogummaadhaan tolchite.+

      Lafti wanta ati tolchiteen guutamteetti.

  • Isaayyaas 40:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Ija keessan gara samiitti ol kaasaatii ilaalaa.

      Wantoota kana kan uume eenyu?+

      Raayyaa isaanii lakkoofsaan kan gad baasu isa dha;

      Inni hunda isaanii maqaa maqaadhaan ni waama.+

      Jabina isaa isa guddaa fi humna isaa isa sodaachisaa+ taʼeen kan kaʼe,

      Isaan keessaa tokko illee hin hirʼatu.

  • Daaniʼel 2:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Akkana jedhe:

      “Ogummaanii fi jabinni kan Waaqayyoo qofa waan taʼeef,+

      Maqaan isaa bara baraaf* haa jajamu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi