Isaayyaas 40:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Ati hin beektuu? Hin dhageenyee? Yihowaan inni Uumaa andaara lafaa taʼe, bara baraaf Waaqa dha.+ Inni matumaa hin dadhabu yookiin hin bututu.+ Hubannaan isaa qoramuu* hin dandaʼu.+
28 Ati hin beektuu? Hin dhageenyee? Yihowaan inni Uumaa andaara lafaa taʼe, bara baraaf Waaqa dha.+ Inni matumaa hin dadhabu yookiin hin bututu.+ Hubannaan isaa qoramuu* hin dandaʼu.+