LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 119:73
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  73 Kan na uumee fi kan na tolche harka kee ti.

      Ajajawwan kee akkan baradhuuf,

      Hubannaa naaf kenni.+

  • Faarfannaa 139:13-16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Ati kaleewwan koo tolchiteetta;

      Gadameessa haadha tiyyaa keessattis na golgiteetta.*+

      14 Karaa dinqisiisaa taʼeen tolfamuun+ koo sodaadhaan waan na guutuuf sin jajadha.

      Hojiiwwan kee dinqisiisoo dha,+

      Kana akka gaariittan beeka.

      15 Yommuun dhoksaatti tolfametti,

      Yommuun iddoowwan gad fagoo lafaa keessatti walitti hodhametti,

      Lafeewwan koo si duraa kan dhokatan hin turre.+

      16 Yeroon miciree* turetti illee ijji kee na argeera;

      Kutaawwan isaa keessaa tokkoon isaanii iyyuu tolfamuu isaanii dura,

      Guyyoota isaan itti tolfaman ilaalchisee,

      Hundi isaanii kitaaba kee keessatti barreeffamaniiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi