-
Faarfannaa 22:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Gadameessa keessaa kan na baase,+
Harma haadha koo irrattis tasgabbiin akka natti dhagaʼamu kan godhe siʼi.
-
-
Faarfannaa 71:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Yeroon dhaladhee jalqabee sitti hirkadheera;
Gadameessa haadha koo keessaa kan na baase siʼi.+
Yeroo hundumaa sin jajadha.
-