LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 23:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Maal taʼa Waaqayyo eessatti akka argamu utuun beekee!+

      Silaa gara bakka jireenyaa isaa nan dhaqan ture.+

       4 Dhimma koo isa duratti nan dhiheeffadha,

      Afaan koos falmiidhaan nan guutan ture;

  • Iyyoob 31:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Maal taʼa namni tokko utuu na dhagaʼee!+

      Dhugaa dubbachuu koo argisiisuuf maqaa koo nan mallatteessan ture.*

      Inni Hundumaa Dandaʼu deebii naaf haa kennu!+

      Maal taʼa inni na himatu himata isaa galmee irratti utuu barreessee!

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi