-
Iyyoob 13:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Gama kootiin utuun Isa Hundumaa Dandaʼuu wajjin kallattiidhaan dubbadhee nan filadha;
Waaʼee dhimma kootii Waaqayyoo wajjin falmuu nan barbaada.+
-
-
Iyyoob 16:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Akkuma namni tokko namoota lama walitti araarsu,
Namni tokkos namaa fi Waaqayyoon walitti haa araarsu.+
-