5 Kana malees, namni tabba ni sodaata, balaan daandii irratti uumamus isa yaaddessa. Mukti almoondii ni daraara,+ kuruphisni ni tirata, akkasumas fedhiin nyaataa ni bada; namnis gara mana isaa isa yeroo dheeraadhaaf itti turutti ni qajeela,+ warri gaddanis daandii irra asii fi achi deemu;+