Faarfannaa 73:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Sababiin isaas, nagaa hamoonni qaban yommuun argu,+Warra of tuulanitti* hinaafeen ture. Faarfannaa 73:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Akka namoota kaaniitti hin rakkatan,+Akka warra kaaniittis hin dhiphatan.+