LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 12:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Dunkaanni saamtotaa nagaa qaba,+

      Warri Waaqayyoon dheekkamsiisan,

      Warri waaqa isaanii harka isaanii keessaa qabanis nageenya qabu.+

  • Iyyoob 21:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Namoonni hamoon lubbuudhaan kan jiraatan,+

      Dulluma bira kan gaʼanii fi kan badhaadhan* maaliifi?+

  • Iyyoob 21:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Manni isaanii amansiisaa dha, isaan sodaa irraa bilisa dha,+

      Waaqayyos ulee isaatiin isaan hin adabu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi