LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 5:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Isaan affeerraa isaanii irratti baganaa fi meeshaa muuziqaa ribuu qabu,

      Dibbee, ulullee fi daadhii wayinii qabu;

      Taʼus gochawwan Yihowaa hin qalbeeffatan,

      Hojiiwwan harka isaatiis hin hubatan.

  • Isaayyaas 22:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Garuu, ayyaana kabajuu fi gammachuu,

      Loonii fi hoolaa qaluu,

      Foon nyaachuu fi daadhii wayinii dhuguutu taʼaa jira.+

      ‘Boru waan duunuuf, haa nyaannu, haa dhugnu.’”+

  • Amoos 6:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Isaan siree ilka arbaa irraa tolfame irra ciisu,+ sireewwan gaggabaaboo irras ni diriirfatu,+

      Korbeeyyii hoolaa fi jabbiiwwan* gabbatoos ni nyaatu.+

       5 Isaan baganaa* rukutaa sirba qindeessu,+

      Akka Daawitis meeshaalee muuziqaa ni kalaqu;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi