13 Hafuura Yihowaa kan safare eenyu?
Gorsaa isaa taʼee isa barsiisuu kan dandaʼu hoo eenyu?+
14 Inni hubannaa argachuuf eenyuu wajjin mariʼate?
Yookiin daandii haqaa kan isa barsiisu
Yookiin beekumsa kan isaaf kennu
Yookiin daandii hubannaa dhugaa kan isatti argisiisu eenyu?+