Faarfannaa 22:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Inni rakkina isaatiin kan kaʼe isa cunqurfame* hin tuffanne, hin jibbines;+Fuula isaas isa jalaa hin dhoksine.+ Yeroo gargaarsa argachuuf gara isaatti iyyu inni isa dhagaʼeera.+ Isaayyaas 57:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Sababiin isaas, ani bara baraaf isaan hin mormuYookiin yeroo hundumaa hin dheekkamu;+Anaan kan kaʼe hafuurri namaa ni dadhaba,+Uumamawwan hafuura baafatan warri ani tolche illee ni dadhabu.
24 Inni rakkina isaatiin kan kaʼe isa cunqurfame* hin tuffanne, hin jibbines;+Fuula isaas isa jalaa hin dhoksine.+ Yeroo gargaarsa argachuuf gara isaatti iyyu inni isa dhagaʼeera.+
16 Sababiin isaas, ani bara baraaf isaan hin mormuYookiin yeroo hundumaa hin dheekkamu;+Anaan kan kaʼe hafuurri namaa ni dadhaba,+Uumamawwan hafuura baafatan warri ani tolche illee ni dadhabu.