LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 12:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Ati wanta ija isaa duratti hamaa taʼe gochuudhaan dubbii Yihowaa kan tuffatte maaliifi? Uuriyaa Heeticha goraadeedhaan ni ajjeeste!+ Goraadee Amoonotaatiin erga isa ajjeestee+ booda haadha manaa isaa fudhattee haadha manaa godhatte.+

  • 2 Saamuʼel 12:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Ati kana kan goote dhoksaatti taʼus,+ ani Israaʼelota hundumaa durattii fi guyyaa saafaa* kana nan godha.’”

  • Faarfannaa 94:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Yaa Yihowaa, hamoonni hamma yoomiitti,

      Hamma yoomiitti gammaduu isaanii itti fufu?+

  • Faarfannaa 94:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Isaan, “Yaah hin argu;+

      Waaqni Yaaqoob kana hin hubatu” jedhu.+

  • Fakkeenya 30:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Karaan dubartii ejjituu kana dha:

      Nyaattee afaan ishii erga haxaaʼattee booda,

      “Wantan balleesse hin qabu” jetti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi