LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 2:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Achiis Yihowaan biyyoo+ lafaa irraa nama tolchee hafuura jireenyaa funyaan isaatti baafate;+ innis nama* jiraataa taʼe.+

  • Isaayyaas 42:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Waaqa dhugaa kan taʼe Yihowaan,

      Uumaan samiiwwanii, inni Guddichi inni isaan diriirse,+

      Inni lafaa fi oomisha ishii tolche,+

      Inni namoota lafa irra jiraniif hafuura,+

      Warra ishii irra deddeebiʼaniifis jireenya kenne+ akkana jedha:

  • Hojii Ergamootaa 17:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 kana malees, namoota hundumaatiif jireenyaa fi hafuura, akkasumas wantoota hunda kan kennu isa waan taʼeef,+ akka waan gargaarsi isa barbaachisuutti harka namaatiin hin tajaajilamu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi