LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 35:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Namoonni ni iyyu, inni garuu deebii hin kennu,+

      Kunis kan taʼe of tuulummaa hamootaatiin kan kaʼe dha.+

  • Faarfannaa 18:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Diinota koo duukaa buʼee isaan nan dhaqqaba;

      Hanga isaan haxaaʼamanii badanittis biraa hin deebiʼu.

  • Faarfannaa 18:41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Isaan gargaarsaaf ni iyyatu, garuu kan isaan oolchu tokko illee hin jiru;

      Yihowaatti illee ni iyyatu, inni garuu isaaniif hin deebisu.

  • Fakkeenya 28:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Namni seericha dhaggeeffachuu didu

      Kadhannaan isaa illee jibbisiisaa dha.+

  • Ermiyaas 11:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kanaafuu, Yihowaan akkana jedha: ‘Kunoo, ani badiisa isaan jalaa ooluu hin dandeenye isaanitti nan fida.+ Gargaarsa argachuuf yommuu na waammatan, ani isaan hin dhagaʼu.+

  • Yaaqoob 4:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Fedhiiwwan foonii keessan ittiin guuttachuuf jecha kaayyoo dogoggoraatiif waan gaafattaniif, yoo gaafattan iyyuu hin argattan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi