-
Faarfannaa 66:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Garaa kootti wanta nama miidhu akkamii iyyuu yaadeera utuun taʼee,
Silaa Yihowaan na hin dhagaʼu ture.+
-
-
Fakkeenya 15:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Yihowaan hamoota irraa fagoo dha,
Kadhannaa qajeelotaa garuu ni dhagaʼa.+
-
-
Isaayyaas 1:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Harka keessan yommuu diriirsitan,
Ija koo isin duraa nan dhoksa.+
-