LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 27:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Namni Waaqa hin qabne* yeroo balleeffamu,

      Yeroo Waaqayyo isa* ajjeesu abdii maalii qabaata?+

       9 Yeroo dhiphinni isatti dhufu,

      Waaqayyo iyya isaa ni dhagaʼaa?+

  • Fakkeenya 15:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Yihowaan hamoota irraa fagoo dha,

      Kadhannaa qajeelotaa garuu ni dhagaʼa.+

  • Fakkeenya 28:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Namni seericha dhaggeeffachuu didu

      Kadhannaan isaa illee jibbisiisaa dha.+

  • Isaayyaas 1:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Harka keessan yommuu diriirsitan,

      Ija koo isin duraa nan dhoksa.+

      Kadhannaa yoo baayʼistan iyyuu,+

      Ani isin hin dhagaʼu;+

      Harki keessan dhiigaan guutameera.+

  • Yohaannis 9:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Waaqayyo cubbamoota akka hin dhageenye beekna;+ garuu namni tokko Waaqayyoon kan sodaatuu fi fedhii isaa kan raawwatu yoo taʼe Waaqayyo isa ni dhagaʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi