Faarfannaa 34:15, 16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Ijji Yihowaa qajeelota irra jira,+Gurri isaas iyya isaan gargaarsa argachuuf dhiheessan ni dhagaʼa.+ פ [Pee] 16 Taʼus, yaadannoo isaanii hundumaa lafa irraa haquuf,Yihowaan warra wanta hamaa hojjetan irraa ni garagala.+ Faarfannaa 138:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yihowaan guddaa taʼus, isa gad of qabu ni arga,+Isa of tuulu garuu ofitti hin dhiheessu.*+ Faarfannaa 145:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Inni fedhii warra isa sodaatanii ni quubsa;+Iyya gargaarsa argachuuf dhageessisan ni dhagaʼa, isaan ni oolchas.+ Yohaannis 9:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Waaqayyo cubbamoota akka hin dhageenye beekna;+ garuu namni tokko Waaqayyoon kan sodaatuu fi fedhii isaa kan raawwatu yoo taʼe Waaqayyo isa ni dhagaʼa.+
15 Ijji Yihowaa qajeelota irra jira,+Gurri isaas iyya isaan gargaarsa argachuuf dhiheessan ni dhagaʼa.+ פ [Pee] 16 Taʼus, yaadannoo isaanii hundumaa lafa irraa haquuf,Yihowaan warra wanta hamaa hojjetan irraa ni garagala.+
19 Inni fedhii warra isa sodaatanii ni quubsa;+Iyya gargaarsa argachuuf dhageessisan ni dhagaʼa, isaan ni oolchas.+
31 Waaqayyo cubbamoota akka hin dhageenye beekna;+ garuu namni tokko Waaqayyoon kan sodaatuu fi fedhii isaa kan raawwatu yoo taʼe Waaqayyo isa ni dhagaʼa.+